Nairobi conference

author Around Oromiya tube   4 мес. назад
28 views

0 Like   0 Dislike

ESAT በአዲስ አበባ አሽከርከሪዎች የነዳጅ ማደያዎችን አጨናንቀው ዋሉ መጋቢት 14 03 2018

MOYAALEEN OLMAYA AKKAMIIN OOLTE?

MOYAALEEN AKKAMIIN OOLTE? =========================== [OBN 12 03 2018] Godina Booranaa Magaalaa Moyaalee ganda Shawaa Barritti dhukaasa banameen lubbuun nama darbe lakkoofsan 10 gahe jira. Lammiileenis qe'ee fi qabeenya isaanii dhisuun gara biyya Keenyatti godaanurratti argamu jedhan Komaandar Duubaa Libaan Ajajaa Polisii Godina Booranaa.

OBN ODUU OLMAYA 07 03 2018

HAALA OOLMAA OROMIYAA 05 03 2018

HAALA OOLMAA OROMIYAA ======================= [OBN 05 03 2018] Oromiyaan har'a akkamiin ooltee? Agabaastonni keenya odeeffannoo Lagannaa gabaa Lixa Oromiyaa Gimbii, Jimmaa fi Amboo akkanatti ooltee, kan godinaalee biroos itti fufinsaan kan gabaasnu ta'a nuu hordofaa.

VOA AFAAN OROMOO NEWS TODAY 17 03 2018

Comments for video: