NEW SONG CAALAA BULTUMEE_OMN OMN MUSIC 2018

author Around Oromiya tube   7 мес. назад
84 views

1 Like   0 Dislike

#FunyeeShow - Gaaffiif Deebii Artist Caalaa Bultumee K-2ffaa, Maayimingfi Walaloo - S1E14New2018

Gaaffiif Deebii Artist Caalaa Bultumee K-2ffaa, Maayimingfi Walaloo Artist Massaluu Taarikuu(Funyeen) Artist Caalaa Bultumee wajjiin taasifte hordofaa.

CAALAA BULTUMEE NEW MUS best kilip vidio 2018 GADAA YOUTUM

Sirboota babbareedoo ergaa qaban fii qophiilee bashanansiisoo hordofuuf GADAA Entertainment Channel “subscribed” godhuun hordofaa Welcome To . GADAA Entertainment Channel ለአዳድስ የአማርኛ ተከታታይ ድራማዎችን እና ምርጥ ምርጥ የኢትዮጲያ ሙዚቃዎች አዝናኝ የቲቪ ፕሮግራሞችንነ በነፃ ለማግኘት እንዲውም ለአዳዲስ አማርኛ ፊልሞችን በነፃ ለማግኘት GADAA Entertainment Channel “subscribed” በማደረግ ይመልከቱ

Caalaa bultumee(Qeeransoo) new music 2018 "Goota Hedutuu dhalate."

Goota Hedutuu dhalate.

CAALAA BULTUME **OMN ** NEW OROMO MUSIC VIDEO 2017

"Lagatafo Studio best for Oromia entertainment" Lagatafo Studio requests for subscription to its YouTube Channel to get the latest and exciting Oromo song/Music. Don’t forgot to share this Video with your friends and family as well. If you happen to have any new Oromo Song, please forward to Lagatafo Studio https://www.youtube.com/channel/UCeiu9oLrDG86ZllW48H6zQg Yes! Together We Can! Oromia shall be free! Lagatafo Studio

CAALAA BULTUMEE ✧•MAAL WAYYAA•✧ ✧•OROMOO MUSIC✧•2016•✧

─•✧MAAL WAYYA YAA SIMBIRROO KOO???─•✧ ─•✧•──•✧•──•✧•──•✧•──•✧•──•✧•──•✧ Kaaba Irran Margi Hin Jiru Dhakaadha Malee Alagaan Nama Hina'u Dhaloota Male Sandaaboo Farddi Hin Buluu Sangoota Malee Koo Garaan Aarii Qaba Nan Obse Male Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Bakka Qalbbiin Jiru Garaan Jira Yoom Illee Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Sumatu Caala Qomoo Koo Ormi Hinbeekne Malee Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Allattii Ta'e Baallee Hinqabuu.. Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Silallee Dhufeen Ijaan Si'arggaa Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Oson Imimmaan Sif Lolaasuu.. Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Buleka Dubbiin Hunda Caalaa Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Albbee Garaa Jala Hinka'uu Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Gaachana Abbaa Kiyyan Baadhaa, Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Seenaa Lammii Gatee Hin Ta'uu.. Mal Wayya Yaa Simbirroo Koo? Jabaadhu Nan Jajabaadha.. ─•✧─•✧─•✧─•✧─•✧─•✧─•✧─•✧

Comments for video: